Instiitiyuutichii, hojiiwwaan adeemsoota hunda keessatti karoorrii hojii bahee haluuma karoora karoorfameen raawwiin hojii jiraachuu isaa yeroo yeroon hordoffii taasisaa jiraachuu ni beekkamaa.Bara baajata 2010ttis,haaluma wal fakkaatuun hojiin hojatamuu qabuu karooraan karoorfamee hojiitti erga galamee ji’oottan sadan darbani jiru.Guyyaa kanas, hojiwwaan bara kanattii raawwachuuf karoorfaman keessa raawwii hojii kur. 1ffaa bakka Daareektaroota,daareektooreetii adeemsaalee,Leenjistoota,Qorattoota fi ogeessota instiitiyuutichaa bakka jiranittii gabaasnii hojii dhihaatee marii bal’aa gaggeessuun danda’ameera.
Marii kanarrattiis,,ciminaalee jiran daran babal’isuu fi hanqiinaalee mul’atan immoo kur.2ffaattii akka hin mul’annee taasisuu, keessattuu dhimmii bulchiinsa gaarii hangafa hojii hundaa waan ta’eef xiyyeeffannoon keennamee irratti hojjatamuu akka qabuus daareektarrii instiitiyuutichaa obboo Habtee W/Sanbat sirna xumura mariichaa irrattii dhaamanii jiru.
Guyyaa 22/02/2010
Site Map
Contact Us
Oromia Legal Training and Research Institute
Tel: 022-110-0511
Fax:022-111-0902/022-112-37-44
PO Box:1238, Adama
Email: admin@ilqso.gov.et