Article

Sagantaa Ashaaraa Magariisa fi dhiiga Arjoomuu

Hooggansii fi hojjattoonni Inistiitiyuutii keenyaa akkasumas leenjifamtoonni leenjii hojiin duraa marsaa 15ffaa Sagantaa Ashaaraa Magariisummaa kaa'u akka biyyaatti  yeroo 3ffaaf adeemsifamaa jiru milkeessuuf  guyyaa har'aa  biqiltuu mukkeen gosa gara garaa dhibba 500 ol ta'an  mooraa InistiitiyuutII keenyaa naannawa gamoo mana jireenyaa haaraa leenjifamtootaaf ijaarrame  keessatti duulaan  dhaabanii jiru.

Dhaabbii biqiltuu kana boodas, namoota dhukkuba addaa addaatiif saaxilamuun dhiiga barbaadaniif deeggarsa akka ta'u, arjoomni dhiigaa taasifamee jira.

Corporate Site - This is a contributing Drupal Theme
Design by WeebPal.