Article

Leenjii Hoggansaa fi Jijjirama Hogganuu

Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata duree Hoggansaa fi Jijjirama Hogganuu jedhu irratti sagantaa leenjii Hojiirraa Yeroo Gabaabaatiin Pirezidaantoota Manneen Murtii fi Itti Gaafatamtoota Waajjira Abbaa Alangaatiif magaalaa Jimmaatti leenjii kennaa jira. Leenjiin kun gahumsa hoggansa qaamolee haqaa cimsuuf kan kennamu yemmuu ta'u guyyoota 4f itti fufee kan kennamuudha.

Corporate Site - This is a contributing Drupal Theme
Design by WeebPal.