Article

Gamaaggama Raawwii Hojiiwwan ILQSO kurmaana 2ffaa Bara 2015

 
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa raawwii hojii kurmaana 2ffaa Bara 2015 ( ji'oota jahan darbanii) Inisititiyuutichaa magaalaa Adaamaatti qorachaa jira. Bu'uuruma kanaan Daayirektoreetiiwwan ILQSO hundi raawwii hojii isaanii dhiyeessa jiru.
Corporate Site - This is a contributing Drupal Theme
Design by WeebPal.