Article

Leenjii Gaggeessummaa

 
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa bifuma walfakkaatuun mata duree "Gaggeessummaaa fi Jijjirama Hogganuu" jedhu irratti sagantaa leenjii hojiirraa yeroo gabaabaatiin Pirezidaantoota Manneen Murtii fi Itti Gaafatamtoota Waajjira Abbaa Alangaatiif magaalaa Shaashamanneettis leenjii kennaa jira. Leenjiin kunis gahumsa hoggansa qaamolee haqaa cimsuuf kan kennamu yemmuu ta'u guyyoota 4f itti fufee kan kennamuudha.
Corporate Site - This is a contributing Drupal Theme
Design by WeebPal.