Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa dandeettii raawwachiisummaa hoggansaa, ogeessotaa fi hojjattootaa cimsuuf magaalaa Bishooftuutti Leenjii kennaa jira. Leenjiin kun guyyoota sadiif kan kennamu yemmuu ta'u mata dureewwaan Idileessa Koornayaa, Ittisa dhibee HIV AIDS fi hoggansa karoora bu'aa irratti xiyyeeffate (RBM) irratti kan kennamuudha