Article

Leenjii Moosaajii Sirna Bulchiinsa Odeeffannoo Leenjifamtootaa irraatti kennamee

Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa moosaajii/softweerii/ Sirna Bulchiinsaa Odeeffannoo leenjifamtootaa/Trainees Information Management System/ irratti hoggantoota, leenjistoota, hojjattoota dhimma leenjii fi garee TQOtiif magaalaa Bishooftuutti leenjii kennaa jira. Moosaajiin kun walta'iinsa ILQSO fi Yunivarsiitii Saayinsii fi Teknolojii Adaamaatiin kan misoome yoo ta'u qabiinsa ragaa fi odeeffannoo leenjifamtootaa gara waraqaa maleessaatti kan jijjiiruu fi hammayyaa'aa kan taasisu ta'uun hubatameera.

Corporate Site - This is a contributing Drupal Theme
Design by WeebPal.