Article

Mata duree "Jijjirama Hunda Galeessaa fi Haala Qabatamaa Pablik Sarvisii Naannoo Oromiyaa'Jedhu irratti

ILQSO'n Hojjatoota isaa waliin marii taasisaa jira. Hojjattoonni mootumma imaammataa fi tarsiimoo mootummaa hojii irra oolchuun tajaajila si'ataa,qulqullina qabuu fi dhaqqabamaa ta'e kennuun faayidaa hawaasa mirkaneessuu keesatti gahee bakka bu'iinsa hin qabne akka qabu beekamaadha. mariin kunis,komiin ummataa seektara hunda keessatti mul'atu hir'isuu fi hawaasnis,tajaajila si'ataa fi qulqulluu ta'ee akka argatu isaa bahachuuf akka gargaaru leenjiin hubannoo cimsuuf kaayyeeffatee marii gaggeeffamaa jiru yoo ta'u, leenjii kunis 08-11/06/2013 kan kennamu ta'a.

Corporate Site - This is a contributing Drupal Theme
Design by WeebPal.