Wixinee karoora bara 2019
Gumiin Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa(ILQSO) Walgahii Guyyaa kaleessaa taa’een wixinee karoora bara 2019 Inistiitiyuutichaa irratti mari’atee mirkaneessee jira.
Gumiin Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa(ILQSO) Walgahii Guyyaa kaleessaa taa’een wixinee karoora bara 2019 Inistiitiyuutichaa irratti mari’atee mirkaneessee jira.
Hooggantootaa fi Hojjattoonni Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO) Biqiltuu dhaaban.
Adoolessa 27, 2018,ILQSO. Adaamaa
Sagantaa ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu Mil.800 dhaabuuf karoorfame galmaan gahuuf guyyaa harraa mata duree "Abdii Haa dhaabnu" jedhuun hojjattoonni Inistiitiyuutichaa mooraa ILQSOtti biqiltuu dhaabanii jiru.
Itti Gaafatamummaa Seeraa Jechuun Maali?
Seerri Itti Gaafatamummaa Waliigalteen alaa maali?
Itii Gaafatamummaan Waliigaltee alaa Itti Gaafatamummaa akkamii qaba?
Maddi Seeraa Itti gaafatamummaa Waliigaltee alaa karaa meen dhufuu danda’a?
Ragaan Miidhaa waliin walqabatee dhiyaatu maali?
Ragaan Maali?
Gosoonni Ragaa Kanneen akkamiiti?
Rogummaan ragaa maali?
Namoonni Ragaa Sobaa yoo bahan adabbii akkamii hordofsiisa?
Yakkoonni miidhaa qaamaa fi Fayyaa namaa irratti raawwataman yakkoota akkamiiti?
Yakkoota kanneenif tarkaanfiin seeraa maal fakkaata?
Yakkoota miidhaa qaamaa irratti raawwataman akkamiin adda baasuu dandeenya?
Gosoonni yakkoota miidhaa qaamaa fi fayyaa namaa irratti raawwataman kan akkamiiti?
Labsiin Ejansii dhuunfaa Hojii fi Hojjataa walquunnamsiisu maali?
Barbaachisummaa fi Kaayyoon labsii kanaa hoo maali?
Faayidaan Ejansiin dhuunfaa Hojii fi Hojjataa walquunnamsiisuu keessatti qabu maalidha?
Mirgaa fi dirqamni hojjataa fi hojjachiisan qaban kan akkamiiti?