Baga Ayyaana Masqalaa Geessan !!

  • 29 Sep 2025
  • Posted by adminilqso
  • 0 Comments

Baga Ayyaana Masqalaa Geessan !!

Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraan Baga Ayyaana Masqalaatiin isin gahe jechaa, Ayyaanichi kan nagaa, kan jaalalaa fi gammachuu akka isiniif ta'u hawwii qabu ibsa.

#Ayyaana_Gaarii !