Baga Nagaan Bara Haaraa Geessan

  • 14 Sep 2026
  • Posted by adminilqso
  • 0 Comments

Baga Nagaan Bara Haaraa Geessan

Inistiitiyiitin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n Baga Bara Haaraa 2019 Nagaan Geessan jechaa,

Barri Haaraan kan Nagayaa, kan Fayyaa, kan jaalalaa, kan Guddinaa Hunda keenyaf Haa ta'u jechuun hawwii qabu ibsa.

#Ayyaana_Gaarii!