Nu Qunnamaa  :-022-110-0511    info@ilqso.gov.et                   

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image

You are here

Overview

Project Details

Hojjattootni Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO) Haala kabaja Ayyaana Irreechaa Bara 2018 irratti marii gaggeessan.

Maricharratti sanadni mariif dhiyaate faayidaa Ayyaanni Irreechaa gama hundaan qabu bal'innaan kaa'ee jira.

I/Aaanan Daayrekteera Ol'aanaa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Obboo Sulxaan Abdoo "Ayyaanni Irreechaa ayyaana galateeffannaa,ayyaana araaraa fi ayyaana nagaa ta’uu ibsuun hundi keenya milkaa'inaa fi karaa nagaatin kabajamuu ayyaanichaatiif gahee keenya bahuu qabna jechuun dhaamanii jiru.