Labsiin Seera Hojjataa fi Hojjachiisaa dhimmoota Hojjataa fi Hojjachiisaa irratti maal jedha? Kaayyoo fi Barbaachisummaan labsii kanaa hoo maali?

  • 16 Apr 2026
  • Posted by adminilqso
  • 0 Comments

Labsiin Seera Hojjataa fi Hojjachiisaa dhimmoota Hojjataa fi Hojjachiisaa irratti maal jedha?

Kaayyoo fi Barbaachisummaan labsii kanaa hoo maali?

Hariiroo Hojii keessatti mirgii fi dirqamni hojjataa fi hojjachiisaan qaban kan akkamiiti?

Babal’inna hojii konistiraakshinii fi dhaabbilee tajàjila kennan keessatti mirgi hojjataa akkamiin eegamaa jira?

Miidhaa iddoo hojiitti hojjataa irra gahu ilaalchisee qaamni hojjachiisu seeraan akkamiin gaafatama?

Dhaabbanni tokko hojjataa hir’isuu yoo barbaade maal gochuu qaba?

Gaheen mootummaan hojjataa fi hojjachiisaa irratti qabu hoo maali?

Dhimmoota seera hojjataa fi hojjachiisaan walqabatan kanneen irratti ibsa bal'aa kan kennan Qorataa Seeraa fi Daayrekteera Daayrektoreetii Qorannoo fi Qo’annoo Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa #Obbo_Getaachoo_Fayyisaa ti.