Mirga Itoophiyaan Ulaa Galaanaa Fayyadamuuf Qabdu
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n kora Qorannoo 4ffaa Siimpooziyeemii guddaa biyyaalessaa mata duree “Mirga Itoophiyaan Ulaa Galaanaa Fayyadamuuf Qabdu” jedhu irratti magaalaa Finfinnee MMWO Galma Caffee Araaraatti gaaggeeffamaa jira.




