Qormaata xumuraa
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n sagantaa Leenjii Hojiin Duraa Yeroo Dheeraatiin Marsaa 18ffaaf gargaartota Abbootii Seeraa fi kaadhimamtoota Abbootii Alangaa waggaa tokkoof leenjisaa ture leenjifamtoota 198f qormaata xumuraa kennuun eebbaaf qophii taasisaa jira.




