Ragaan_Sobaa

  • 25 Apr 2025
  • Posted by adminilqso
  • 0 Comments
Qophii keenya har'aa kutaa 11ffaatin mata duree #Ragaan_Sobaa_maali? jedhu qabannee dhiyaannee jirra.
Ragaan Sobaa Dhiibbaa Akkamii qaba? Nama Ragaa Sobaatiin hidhame tokko akka biyya keenyatti beenyaan kaffalamuuf waan hin turreef beenyaan kun haala akkamiitin kaffalamuufii qaba? Kan jedhuu fi kanneen biroo qorannoo ILQSOn gaggeesse irraa waa hedduu hubachuun ni danda'ama.
Mata duree kana irratti ibsa kan kennan Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaatti Qorataa seeraa #Obboo_Araarsaa_Kabbee waan jedhan