Mul'ata
Bara 2022tti hojii leenji,qorannoo fi gorsa seeraatiin giddugala gahumsa ogummaa seeraa ta'uudhaan akka biyyaatti filatamaa,akka Bahaa Afriikaatti dorgomaa fi sadarkaa Ardii Afriikaatti beekamaa ta'uudha.
Ergama
Leenjii hojiin duraa fi hojiirraa mala leenjii hammaayawwaa fayyadamuun kennuun qaamolee haqaa ogeessota gahuumsa fi naamusa ogummaa olaanaa qabaniin guutuu, qorannoo fi qo'annoo seeraa rakkoo hiikuu danda'u, mala qorannoo seeraa fi kanneen biroo fayyadamuun gaggeessuun, tajaajila gorsa seeraa fedhi irratti hunda'ee kennuun itti fufiinsaan fooyya'iinsa sirna haqaa fi seeraa naannichaatiif gumacha taasisuudha.
Contact Us Now!
Oromia Legal Training and Research Institute
Tel: 022-110-0511
Fax:022-111-0902/022-112-37-44
PO Box:1238, Adama
Email: admin@ilqso.gov.et
Facebook:Oromia Legal Training and Research Institute
Telegram:Telegram ILQSO